1 Kings 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ilmaani Barsileo ka worra Gileadi nahiifi jabeesi qorqorad'u, wonti akanatiifi worri gaafa anini oboleesa kanke Absalomu duraa baqad'e naa nahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani obboleessa kee jalaa baqadhe ijoolleen Beerzeelii nama gosa Gala'aadii waan na gargaaraniif waan mishaa isaanii godhi; isaan worra kooboo kee keessaa nyaatan woliin haa nyaatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmaan Baarzilaayii Giil'aadichaa, yennaa ani obboleessa keeti Abiishaalom duraa baqadhe, waan dansaa waan naa godhaneef, atille isa marari; worra qorii teeti keessaa nyaatanu wolille'een nyaatanuu ti.