1 Kings 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle namicha toko ka Shemei ilma Gera, ka gosa Benjamini, ka worri isaa Bahurimuti jira. Gaafa anini Mahanaimu d'aqe inni aka hama na abaare, ammo galaana Yordaniti woliargine jennaani, anini maqa AABBO Waaqatini iti kakhad'e aka anini isa inijeemne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Anillee hennaa gara Mannaayimii dhaqe, namni guddisee na abaare, namni biyya Biraaqii Saamiin ilmi Geeraa gosa Biiniyaamii si bira jira; inni hennaa ani laga Yoordaanosii ceewu na simachu'uuf dhufe; ani guraade'een si hin ajjeesu jedhee maqaa Rabbiitiin isaa kakadheera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, Shime'iin ilmi Geraa Beniyaamichaa ka qachaa Bahuriimii keessa le'u, yennaa ani gara Mahanaayinii dhaqe, ka akka malee na abaare si woliin jira; te'uu malee yennaa inni na qophatiisaaf gara laga Yordaanosii gad dhufe, ani, ‹Shallaaga'aan si hin ijjeesu› jedhee maqaa Mootii Waan Maraatiin isaaf kakadheera.