1 Kings 2:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini isa ka woi intolchini illakisini. Waan tolchu malani atu imbeeta, illakisini ijeesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garuu nama ogeessa waan taateef waan gootu hin beetta; ogummaa keetiin isa ajjeesi; inni nama salphinnaan du'u akka ta'e hin irraanfatin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo ati akka nama yakkaa hin qanneetitti isa hin laakkowin; ati nama qaroo waan teeteef, waan isa gootu hin beetta; dullummaa isaa keessa isa ijjeesi» jedhe.