1 Kings 20:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Benhadadi d'ibiini gadi dachae waan Ahabuni jed'e, Benhadadini waan jed'u, Hojja anini nama dira keesani kana balleese d'ukeese, d'uke isaa fuud'e natiini galu isaniti inergini, waaqi na balleesina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wolda'aadeer deebisee loltoota lafa Samaariya'aa irra gara galchee ‹Haga biyyeen Samaariya'aatuu cum'oo ganaa tokkoo isaanii taatutti yoo si irra gara hin galchine waaqoleen ani waaqeffadhu na haa balleessan» jedhee dhaadatee deebisee isatti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ben-Hadadille, «Biyyeen Samaariya'aa namoota na woliin jiranu ooboo tokko tokkolle'een yoo geette, waaqoti na ijjeesanuu ti» jedhe.