1 Kings 20:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Ahabuni waan jed'eeni, waan isani Benhadadini jettani, Abbaani duula haga nyaapa had'e dabsate ufi arguti fayyuma tana durati ufi d'aadaa indeemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Aki'aabillee loltuun dhuga'aan dhaadatuu ka barbaachisu haga lolee mooyateen maayessa malee lolaan duraa miti jedha'aa mooticha Wolda'aadeeritti himaa'a» jedhee dhaamsa isatti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Israa'elii Ahaabii deebisee, «Mooticha Ben-Haadaadiin, ‹Loltuun dhuga'aa lolee galee ifi jaja malee, adoo lola dhaqiisatti jiruu ifi hin jaju› jedha'aatii itti hima'a» jedhe.