1 Kings 20:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hojuma suni raagi toko gara hayyu Ahabu d'aqe waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan siini jed'u, Duula gudda muumme inqamne suni ind'eetini! Anini arra worra ch'ufa harkuma kanketi kenna, duuba atini aka anini d'uguma AABBO Waaqa akasiini beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi gara Aki'aabii mootii Israa'elii dhaqee, «Rabbi duula lolaa kana mara arga'aartaa? Ani adha akka ati isaan mooyattu si taasisa, yoo san akka ani Rabbiin ta'e beetta siin jedha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san raagichi tokko gara Ahaabii mooticha Israa'elii dhufee, «Mootiin Waan Maraa, ‹Loltoota Ben-Hadaadii bindillaa tana dhaggitaa? Kunoo, ani adha harka keetitti dabarsee isaan hin kenna; atille akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta› jedha» jedhe.