1 Kings 20:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni, nami qara durati had'u eenu? jed'e gaafate jennaani raagi, si jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aki'aabi deebisee, «Namni lolaaf afoo deemu eennu?» jedhee gaafate; raattichillee deebisee, «Bulchoota biyya bulchanii fi dargaggeeyyi'i» jedhe. Mootichi, «Ka firrisee lolu eennu?» jedhe; raattichi «si'i» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Ahaab, «Eentu isaan injifata ree?» jedhee gaafate. Raagichi deebisee, «Mootiin Waan Maraa, ‹Qondaaltoti dargaggooti ajjajooti kutaa biyyaa isaan hin injifatan› jedha» jedheen. Mootichi Ahaabille, «Eentu lola kana jalqaba ree?» jedhee gaafate. Raagichi deebisee, «Sittuu jalqaba» jedheen.