1 Kings 20:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guyyuma guddaani, ka Benhadadifi hayyooti — sodomi lama ta goli isaa taani ufuma teteete waaro ufi keesati farso d'uuddu, d'ufe had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni mootii Wolda'aadeeriin woliin waadaa qaban soddomii lamaanuu daasee ufii keessatti guyyaa wodhakkaa hennaa isaan dhuganii machaayanitti loltoonni Israa'elii isaanitti nam'anii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Ben-Hadaadii fi mootota soddomii lama worra isa woliin jiru woliin dunkaanii ifii keessatti unanee machowanee adoo jiranuu, saatii jaatti loltooti Israa'elii lolaaf bayane.