1 Kings 20:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini kakaimi taani dura yaati. Askartini Benhadadini dooyaa erge dachaate waan jetteeni, Duulati gara Samariati d'ufu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Loltoonni ka'immanii firrisanii afo'otti hennaa bayan eeddoonni Wolda'aadeer erge gareen loltuu tokkoo Samaariya'aa yaa'ee garana as dhufa'aara» jedhanii Wolda'aadeeritti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti dargaggooti ajajjooti kutaa biyyaa sun dursitee baate; namooti Ben-Hadaad akka dooyanuuf erge, «Loltooti Samaariya'aa bayanee dhufiisatti jiran» jedhanee himane.