1 Kings 20:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Ato worri nagaya barbaada yokhaani woraana yaele innijeesina, ch'ufa akanumati boojia kootaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu isaaniin «Lolaaf yookaan nagayaafillee yoo dhufan isaan qaba'aa naa fidaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ben-Hadaadille, «Dhufiis isaanii nageyaaf yookiin lolaaf yoo te'elle, lubbu'uun adoo jiranuu qaba'aa fida'a» jedhee ajaje.