1 Kings 20:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Ahabuni worra suni reebe, fardaafi gaari fardi hirkisu iraa qabe, akanaani worra suni aka hama dabsate balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'elii deemee worra gaarii fardaa oofanii fi worra farado'oon lolan ka biyya Sooriya'aa akka bada'atti woraanaan isaan fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Ahaab duulee fardo'oo fi garreettaa fardaan harkifamu booji'ee worra Sooriya'aa akka malee fixe.