1 Kings 20:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi gara hayyu Ahabu d'ufe waan jed'eeni, Beeni, askarti tante jabeesi, aka dansaa irre iti tolchi, mala d'aifi, wonti akanatiifi ganna gad'ufi hayyuuni Shamu ammalle d'ufeti isani had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa raattichi gara mootii Israa'elii dhaqee mootiin biyya Sooriya'aa bara dhufu gara kee waan dhufuuf jabaadhu loltoota kee leenjisii qopheessi mala ittiin loltullee qopheeffadhu jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba raagichi gara Ahaabii mooticha Israa'elii dhufee, «Mootichi Sooriya'aa furmaata dhufu deebi'ee waan si loluuf, loltoota teeti jabeeffadhu; maan akka godhuu qaddulle beeki» jedhe.