1 Kings 20:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojatuni hayyu Shamu waan isaani jette, Waaqi Israeli Waaqa gareeniti, tanaafi worri Israeli nu dabsate, ammo hojja nu diida keesati wolhaanu inuma dabsanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni goshoo Wolda'aadeerii mootichaan akkana jedhan «waaqoleen worri Israa'elii waaqeffatan waaqa gaaraati; wonti isaan nu mooyataniif waan waaqa gaaraa waaqeffataniif; uduu raasa'atti isaaniin lollee nu silaa isaan mooyanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san qondaaltoti mooticha Sooriya'aa, isatti gorsanee, «Waaqoti Israa'elii waaqota koobotaa ti; Israa'elooti tanaaf nu injifatan; lafa dirre'etti adoo isaan lollee ammoo hin injifanna.