1 Kings 20:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan taatu, hayyoota sodomi lama taani huji worraa taani keesaa baasi fulla worra suni nama d'ibi gugurda askarti tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu bulchoota soddomii lamaanuu hulee ajajaa loltootaa irraa buusiitii bikka isaanii namoota biraa ka woraana ajaju muudi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma akkana godhi: mootota tana mara baallii isaanii irraa kaasiitii, qondaaltota loltootaa addee isaaniititti muudi.