1 Kings 20:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israelile akasuma wolti yaamani lolaa kurfeesani; duuli worraa dira keesaa bahe, fuula worra Shamuti deefate fulla lama ch'ibra tae. Worri Israeli hojja worra shamu ka lafa ira dabre sunini wolti laalani, ree murnya lama fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'eliillee isaaniin lolu'uuf hulee lamatti hiramanii worra Sooriya'aatiin lolu'uuf raasaa worri Sooriya'aa itti quphataniiran afo'otti quphatan; laakkobsi loltoota Israa'elii garuu baay'inna loltoota biyya Sooriya'aatiin yoo wolitti bikkamu gobbuu ilmoolee re'iin hago'oo ka bakka lamatti hiramte fakkaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elootille isaanitti duuliisaaf galaa fudhatanee, wolitti qabamanee bayanee, fuullee isaaniititti addee qabatane; loltooti Israa'elii loltoota Sooriya'aa ta biyya keessa guutteertu biratti, akka re'ee karra didiqqoo lamaa ti.