1 Kings 20:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni isaa gara isaa d'at'e waan jetteeni, Me ilaali, hayyooti Israeli naasu qabdi d'ageenne, tanaafi nu woya ch'arqi naqanne, haada mormati mamaranne gara isaa d'anna, gaafiini inni lubbu si baasafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboonni isaa isa bira dhaqanii, «Mootonni Israa'elii akka isaan worra namaa dhiisu ta'an dhageenneerra; kanaafuu uffata gaddaa mudhi'itti hidhannee haada mata'atti marannee mootii Israa'elii bira dhandhee akka araara gaafannu nu hoffolchi; maal laataa inni lubbuu tee si oolchuu danda'aa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti isaa gara isaa dhaqanee, «Moototi Israa'elii worra nama mararu akka te'ane dhageenneerra. Tanaaf woyaa gaddaa hidha keennatti, wodaroo mataa keennatti marannee, gara mootii Israa'elii dhandhuu ti; inni si hin ijjeesu fa'a ta'a» jedhane.