1 Kings 20:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri ch'arqi naqate, haada mormati maraate, gara Ahabu d'aqe waan jed'eeni, hojattuuni tante Benhadadini, lubbu na baasi sini jed'a. Ahabuni waan jed'eeni, Inni ammalle injira? Dansa, inni oboleesa kiyya!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa isaan uffata gaddaa mudhi'itti hidhatanii, haada mata'atti maratanii mootii Israa'elii bira dhaqanii «Garbichi kee Wolda'aadeer akka dhiifamsa naa gootu si kadhadha› jedheera» jedhaniin; innillee «Amma inni lubbu'uun jiraa? inni obboleessa kiyya» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan woyaa gaddaa hidha ifiititti, wodaroo mataa ifiititti maratanee, gara Ahaabii mooticha Israa'elii dhaqanee, «Tajaajilaan keeti Ben-hadaad, ‹Maganne'ee na hin ijjeesin› siin jedha» jedhane. Mootichille deebisee, «Inni haga ammaa hin jiraa? Yoona inni obboleessa kiyya» jedhe.