1 Kings 20:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jecha AABBO Waaqa gula gumi raagoota keesa raagi toko waan raagoota wahela isaa nama tokooni jed'e, Na d'ai. Ammo inni d'au dide jennaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra raattotaa keessaa namni tokko «Akka Rabbi si ajajetti na dhayi» jedheen; namichi garuu dhawu'uunii dide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagota keessaa tokko ajaja Mootii Waan Maraatiin raagicha akka ifiitiin, «Na dhowi» jedhe; inni ammoo dide.