1 Kings 20:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan jed'eeni, Waan atini dubbi AABBO Waaqa dideefi, akuma atini na bira deemtuuni nyeench'i nyaate si ijeesa. Jennaani akuma inni kae deemeni nyeench'i d'ufe isa ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi na dhayi isaan jedhe sun «Waan ajaja Rabbii diddeef akkuma na biraa deemteen leenci si ajjeesa» jedheen; akkuma inni isa biraa deemeen leenci kara'atti qabee ajajeeseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf raagichi sun, «Waan ati Mootii Waan Maraatiif hin ajajaminiif, akkuma na biraa deenteen neenqi si hin ijjeesa» jedheen; akkuma namichi raagicha biraa deemeen neenqi itti dhufee isa ijjeese.