1 Kings 20:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagumani kaani gara raaga d'ibi d'aqe, Na d'ai jed'eeni. Jennaani raagi kaani akuma inni jed'eeni isa d'ae madeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa hennaa lammeesso'oo nama biraa argee, «Na dhayi» jedheen; inni dhayee isa madeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba raagichi gara nama dhibi'ii dhaqee, «Maganne'e, na dhowi» jedheen; nami sunille isa dhowee madeesse.