1 Kings 20:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ato hayyuuni arti dabru jiru, inni iti lalabe waan jed'eeni, Ee hayyicha, ato anini nyaapani woli had'uti jiru, askartichi toko nama nyaapa ka inni boojie toko nati kenne, jabeesi nani jed'e, Yo inni siraa baqate si ijeesani yokhaani qarsi kuma sadi baafta nani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mooticha karaa irra deemu argee inni isa bira lufu'uuf taanaan raattichi isa waamee akkana jedheen «Mootii kiyya; ani lola'aa ture; amma achii dhufa'aara; achitti loltoota keessa namni tokko worra diinaa keessaa nama tokko booji'ee dhufee nama kana eegi, yoo inni si harkaa baye bikka isaa situ du'a yookaan birrii kiiloo soddomii afurii ta'u kaffalta› naan jedhe» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi achiin dabariisatti adoo jiruu raagichi isa waamee, «Ani tajaajilaan keeti lola hamaa keessa adoo jiruu, nami tokko, nama booji'ame tokko gara kiyya fidee, ‹Namicha kana eegi! Yoo inni si harkaa miliqe, addee isaa ati hin ijjeefanta yookiin meetii kiiloogiraamii soddomii afur hin kaffalta› anaan jedhe.