1 Kings 20:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato anini tae waan d'ibi hojad'u namichi kaani kae baqate. Hayyichi waan jed'eeni, Atini ya ufumaani wollaala ufiti murte, tanaafi akasuma sii tolchu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi garuu «Uduu ani hujiin natti guddatee asii fi achi fiigu bayee na jalaa bade» jedheen; mootichillee ati waan ufitti murteessiteef adabamuu si barbaachisa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajilaan keeti huji'iin adoo asii fi achi fajjifameeru namichi miliqe» jedhe. Mootichille, «Waan sitti muramu atinuu dubbatteerta; akkasuma sitti hin murama» jedheen.