1 Kings 20:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba raagi kaani waan hayyuuni jed'e, AABBO Waaqi waan jed'u: Waan atini nama anini, Ijeesi jed'e, lubbu baafteefi, fulla isaa atini doote, askarti tantele ch'ufa balleesani, waan worri askarti suni gad'iiseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa raattichi mootichaan akkkana jedhe «Wonti Rabbi jedhe kana; nama ani haa du'uu jedhee itti murteesse akka inni miliqee bawu waan gooteef bikka isaa ati du'aan adabamta baniin kee bikka banii isaa bada» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi sun mootichaan, «Mootiin Waan Maraa, ‹Nama ani ijjeefamuu ti jedhe, waan gad lakkitteef, addee isaa ati hin ijjeefanta; addee kolbaa isaa kolbaan teeti hin ijjeefanti› jedha» jedhe.