1 Kings 20:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi, ka nahe mudame aka hama laalefatu, worra ufi ka Samariati gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'elii aaree gara mana ufii galee achiin maayessa gara biyya Samaariya'aa dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Israa'elii sun aaree bilinjaayee gara mana mootummaa ifii ka qachaa Samaariya'aa keessaa dhaqe.