1 Kings 20:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ammalle qoonqooni d'ibiini gara Benhadaditi d'ufte waan jette: Anini qoonqo siti erge, qarsifi worqifi nad'eenifi ijoolle tante jibbaad'i naa lakisi sinjed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma worri ergaman deebi'anii «Wolda'aadeer akkana jedha dura birrii, worqii, dubartootaa fi ijoollee teellee naa kennita» jedhee sitti ergee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ergame sun gara Ahaabii deebi'ee dhufee, «Mootichi Ben-Hadaad, ‹Ani meeti'ii fi worqii teeti, niitotaa fi ijoollee teeti akka naaf kennitu sitti ergeeraayyu.