1 Kings 20:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma tana anini askarti tiyya siti erge mana kanketifi ka hojattu tanteeti ch'ufa soqad'a, waan feetani ch'ufa keesa guurad'a jed'ani. Worri bori hojja akana tana achi d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Borullee hennaa kana garboota tiyya sitti erga; mana keetii fi manniin garboota keetiillee hin saaman; waan isaanitti tolu maraa saamanii fudhatanii deemu'uuf ta'ana!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee boru yennaa tanatti, mana mootumma'aa keetii fi mana qondaaltota teetii keessa barbaadanee, waan isaanitti tolu mara akka fidanu tajaajiltoota tiyya hin erga› jedha» jedhanee itti himane.