1 Kings 20:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ahabuni jaarole lafa isaa ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, Inagartaniyu, nami kunini nu balleesu fed'a. Inni qara qoonqo nati erge, nad'eenifi ijoolleefi qarsifi worqi tante jibbaad'i na lakisi nani jed'e anileeni hayye hataatu jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'elii jaarsota biyyaa mara waamee, «Ila namni kun hammeenna barbaada'aaraa inni waan dubartoota, ijoollee, birri'ii fi worqii kiyyaatiif natti erge ani hin dinne!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Ahaab jaarsolee lafa sanii mara waamee, «Nami kun niitotaa fi ijoollee tiyya, meeti'ii fi worqii tiyya fudhatiisaaf namoota natti erginaan anille hin didanne; inni attam akka rakkinna fidiisaaf barbaadaaru dhagga'a» jedhe.