1 Kings 21:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aatu mana hayyu Ahabu Yezreeli keesa oobru zabibu ta namicha Nabothi jed'ani tokoti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Naabutee jedhamu Iyiziraa'elaawichi tokko mana mootumma'aa ka Aki'aabii biratti hulee woyinii itti dhaabatu qaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun teeteen duuba, wonni itti aanee te'e kana: Nami Naaboti jedhamu tokko jiraayyu; inni Yizre'el keessatti mana mootumma'aa ka Ahaabii biraa oorruu muka woyni'ii takka qabaayyu.