1 Kings 21:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nama hamama lama isa d'aatu tetesisa, worri suni ha, Nabothini Waaqafi hayyule arabse jed'e biyyati himuti. Duuba dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
achiin maayessa Naabutee qachattii keessaa baasa'aatii dhaga'aan dhaya'aa isa ajjeesaa'a» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhugaa baatota dharaa lama, ‹Ka Waaqaa fi mootii arrasseera› jedhanee dhugaa isa irratti bayanu isa dura dhaabbachiisa'a. Achiin duuba Naaboti qachaa keessaa baasa'aatii dhaka'aan tuma'aa ijjeesa'a» ka jedhu.