1 Kings 21:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaaroleefi worri mata dira Yezreeli waan Yezebelini jetteeni tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni qachattii keessa jiraatanii fi namoonni baallii qaban akkuma Eelzaabeel isaan ajajje akkuma xalayaa san irra jiru godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namooti qachaa Naabotii keessaa, jaarsole'ee fi qondaaltoti achi le'anu, akkuma Iizaabel xalayaa keessatti ajajje godhane.