1 Kings 21:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hamani kaani d'aatu isaa tatae, waan biyyaani jed'e, Nami kunini Waaqafi hayyu arabse, jennaani dira keesa allaati baasani, d'akhaani d'aanani ijeesani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni lamaan sobaan ragan sunniin dhufanii Naabutee afoo taa'anii Naabuteen mootichaa fi Rabbiinillee arrabseera jedhanii banii afo'otti sobaan itti ragan; achiin maayessa qachattii keessaa isa baasanii dhaga'aan dhayanii isa ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba dhugaa baatoti dharaa lama dhuttee isa dura teettee, «Naaboti Waaqaa fi mooticha arrasseera» jettee kolbaa duratti dhugaa isa irratti baate; maarre isaan qachaa keessaa isa baasanee, dhaka'aan tumanee ijjeesane.