1 Kings 21:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yezebelini akuma qoonqo suni d'ageeteni, waan Ahabuni jette, Nabothini ya due, kai, oobru isaa ta zabibu ta inni siti gurguru dide fud'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelzaabeel akka Naabuteen dhaga'aan tumamee du'e haga dhageette Aki'aabiin «Naabuteen gosa Iyiziraa'elii waan du'eef hulee woyini'ii ka inni birri'iin sitti gurguruu dide dhaqii dhaali» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iizaabel akka Naaboti dhaka'aan tumanee du'e akkuma dhageetteen, Ahaabiin, «Naaboti du'eera; amma dhaqiitii oorruu muka woyni'ii ta Naabotii nama qachaa Yizre'elii ka inni siif gurguruu dide san fudhadhu» jetteen.