1 Kings 21:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gara hayyu Ahabu, ka Samaria jiru d'aqi; inni oobru Nabothi fud'achu d'aqe, achi jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka'ii gara Aki'aabii mootii biyya Samaariya'aa dhaqi; akka inni lafa woyinii Naabute'ee dhaalu'uuf achi dhaqeeru argitaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara Ahaabii mooticha Samaariya'aa dhaqi; inni oorruu muka woyni'ii ta Naabotii ta fudhatiisaaf dhaqe san keessa jira;