1 Kings 21:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jettuuni, AABBO Waaqi waan siini jed'u, atini namicha ijeefte ammalle oobru isaa fud'atta? Waan jettuuni, AABBO Waaqi waan sinjed'u. Fulluma saareni d'iiga Nabothi iti arraabde suniti keetile arraabdi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas Aki'aabiin «Rabbi akkana siin jedha; isa ajjeeftee lafa isaa dhaalu'uuf kaatee? Rabbillee hulema dhiiga Naabute'ee sariin itti arraabdetti dhiiga keellee sariin achumatti arraabdi› jedhii itti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaabiin, ‹Mootiin Waan Maraa: Ati Naaboti ijjeetteerta; karra isaalle fudhatiisaaf teetaa? Sareen dhiiga Naabotii addee arraaddetti dhiiga keetille hin arraaddi jedha› jedhiitii itti himi» jedhe.