1 Kings 21:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani guyya toko Ahabuni waan Nabothini jed'e, oobru tante ta zabibu naa kenni, isiini Mana kiyyati aanti anini sagale keesati oobrachu fed'a. Anini fulla isii oobru zabibu dansa d'ibi sii kenna, yokhaani yo atini feete, beese sii baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aki'aabi Naabute'een «Lafti tee tun mana kiyyatti waan dhiyaattuuf biqiltuu woyini'ii itti dhaabadhaa lafa tee tana naa kenni yookaan garuu yoo barbaadde haga lafti tee baaftu sii kennaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko mootichi Ahaab Naabotiin, «Oorruun teeti ta muka woyni'ii mana mootumma'aa kiyyatti waan dhikaattuuf, biqiltuu adda addaa akka itti dhaabadhu naaf kenni! Addee isi'ii buusee oorruu isii caalu sii kenna yookiin, gurguratiisa yoo barbaadde waan isiin baachu siif hin kaffala» jedhe.