1 Kings 21:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama fiit'a tanteeti ka dira keesati duu sareeti nyaata, ammo ka alati duu allaatiti nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maatii Aki'aabii keessaallee worra qachattii keessatti dhuman sariintu nyaata; ka raasaa keessatti dhuman garuu allaatti'itu nyaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Ahaabii keessaa nama qachaa keessatti du'u sareen hin nyaatti; nama qacha'aan alatti du'u allaattiin hin nyaatti› jedha» jedhe.