1 Kings 21:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Nami tokoleeni ka aka Ahabu ufi baase waan hamtu AABBO Waaqa durati tolche injiru waan suni ch'ufa niiti isaa Yezebaliti isa tolchisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akka Aki'aabii ka Rabbiin afo'otti waan hama'aaf dabarsee uf kenne, namni akka isaa ka haati manaa masakkite hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka Ahaab haadha manaa ifii Iilzaabeliin tirtiffamee, fuula Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujee ifi gurgure, nami akka isaa ijjumaa hin jiru.