1 Kings 21:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ch'ubbu hamtu ch'eera tolche, waan harkaani boch'ani kad'ate, akuma worri Amori, ka AABBO Waaqi worra Israeli duraa gusse, tahe.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka worra Amoorotaa ka Rabbi worra Israa'elii afo'oo ari'ee san cubbuu isaan hojjatan hojjate, waaqa tolfamaa isaan waaqeffatan waaqeffatee waan hamaa guddisee hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma worra Amoorotaa, ka Mootiin Waan Maraa Israa'eloota duraa ari'ee baasee, Ahaabille waaqota dharaa waaqonsiisaan waan battii huje.