1 Kings 21:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan raaga Eliyaani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati amma akka Aki'aabi na afo'otti salphate argiteemii? inni nama na afo'otti salphate waan ta'eef bara ilmi isaa bulchu waan hamaa fida malee bara inni lubbu'uun jiru waan hamaa hin fidu; jedhee Rabbi Eeliyaasii nama gosa Teesibi'iititti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba jechi Mootii Waan Maraa gara Eliyaasii Tishbeetichaa dhufee,