1 Kings 21:29 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka Ahabuni na durati ufi diqeese agarte? Waan inni akana taheefi, haga inni jiru amma gaargala itiini ind'ufu; ammo gaafa ilmi isaa hayyu tahu gaargala worra isaatini d'ufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ahaab na duratti attam akka ifi gad qabe dhaggiteertaa? Inni na duratti waan ifi gad qabeef, ‹Ani balaa isatti hin fida› jedhe san, bara isaa keessatti isatti hin fidu; bara ilma isaa keessatti ammoo maatii isaa irratti hin fida» jedhe.