1 Kings 21:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nabothini waan jed'eeni, Anini oobru tana ababo kiyya iraa d'aale; Waaqi na didinna, yo anini sii kenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naabuteen deebisee Aki'aabiin, ‹Waan lafa abboota tiyyaa sii kennuuf Rabbi naa haa didu› » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naaboti ammoo deebisee, «Oorruu abbootii tiyya ta durii irraa dhaale tana sii kenniisa irraa Mootiin Waan Mara na oolchuu ti» jedhe.