1 Kings 21:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, maro dubbi Nabothini nani jed'eefi, akana tahe. Anini oobru tante ta zabibu siraa bitaa, yokhaani ta d'ibi sii kenna, jennaani inni dide!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee isi'iin Naabuteen gosa Iyiziraa'elii hulee woyinii kee itti dhaabde natti gurguri, yookaan yoo feete bikka isaa hulee woyinii itti dhaabattu ka biraa sii kennaa jennaan inni garuu hulee woyinii itti dhaabadhu sii hin kennu waan naan jedheef» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaabille deebisee, ani, «Nama qachaa Yizre'elii Naabotiin, ‹Oorruu teeti ta muka woyni'ii natti gurgur, yookiin yoo barbaadde oorruu dhibii si'iif hin kenna› jedhee gaafannaan, inni ammoo, ‹Ani oorruu tiyya ta woyni'ii siif hin kennu› waan naan jedheef aare» jedheen.