1 Kings 21:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yezebelini waan jetteeni, Atini hayyu mo maani? Kai, garaa jabaad'i, sagale nyaad'i, oobru Nabothi ta zabibu anumati sii kenna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati manaa isaa Eelzaabeel, «Ati akka kanaan banii Israa'elii bulchitaa? amma ka'ii waa nyaadhuu gammadi; lafa dhaaba woyini'ii ka Naabutee gosa Iyiziraa'elii akka argattu hin godhaa» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati manaa isaa Iizaabel deebittee, «Ati mootii Israa'elii teetee, akkas teetaa? Ani oorruu muka woyni'ii ta Naabotii nama qachaa Yizre'elii akka ati fudhattu hin godha; ka'iitii midhaan nyaadhuu gammadi!» jetteen.