1 Kings 21:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tatabe suni keesati isiini waan jette, guyya toko tolcha, ka nami ch'ufti agabu oolu, biyya ch'ufa wolti yaama, barch'uma guddinna Nabothi kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xalayaan akkana jedha, «Sooma guyyaa tokkoo labsaa'a; baniillee wolitti qabaa'a; Naabute'eef hulee ulfinnaa kennaa'a; nama lamaa ka mootichaa fi Rabbiin arrabseera jedhanii worra sobaan ragan dhiyeessaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xalayaan isiin barreessite sun, «Laama guyyaa tokkoo lassa'a. Kolbaa wolitti qaba'aatii, odduu isaaniititti Naaboti addee ulfinnaa teessisa'a;