1 Kings 22:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti lamaani taani miha hayyu naqatte, barch'uma ufi ka hayyuma, fulla oobdi, ta fulla fullo dira Samaria jirtu, d'ad'aabatte ira teteete. Duuba raagooti ch'ufti worra dura ejaanjite faddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'eliitii fi mootiin biyya Yihuuda'aa Iyyoosaafixi uffata mootumma'aa uffatanii teessoo ufii ka mootumma'aa ka seensa balbala Samaariya'aa jiru irra taa'anii raattonni maruu afoo isaanii dhaabatanii raaga'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa kana mootichi Israa'elii Ahaab fi mootichi Yihuda'aa Yoshaafaax woyaa mootumma'aa ifii uffatanee, seensuma karra qachaa Samaariya'a dura eeddummee keessa raagota mootota duratti raaga dubbatiisatti jirtu woliin tee'aneeraniiyyu.