1 Kings 22:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagi toko, ka Zedekia ilma Kenaana jed'ani, Sibiila aka gaafa mid'aase waan Ahabuni jed'e, AABBO Waaqi waan jed'u. Gaafa kanaani worra gosa Shamu haatani dabsattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaas ilmi Kini'aana'aallee sibiila irraa gaafa hojjatee «Rabbi worri Sooriya'aa kunniin haga dhumanitti ati isaaniin lolta jedhiin» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagota san keessaa ilmi Kine'aanaa Zedeqiiyaan gaafota sibiila irraa hujee Ahaabiin, «Mootiin Waan Maraa, ‹Gaafota kanaan haga isaan badanutti worra Sooriya'aa hin woraanta› jedha» jedhe.