1 Kings 22:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagooti taani ch'ufti afaani takaa dubbatte waan jette, Ramothi d'aqi, AABBO Waaqi worra dira suni harka kanketi keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonni maruu «Reemaatii biyya Gala'aadii keessaatitti duuli Rabbi isii si jala taasisaa» jedha'aa raaga'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti martinuu akkasuma, «Mootiin Waan Maraa harka keetitti dabarsee waan isaan kennuuf, hin injifattaa, dhaqiitii, Raamoot-Giili'aad loli» jette.