1 Kings 22:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Mikaya yaamu d'aqe kaani waan jed'eeni raagooti taani ch'ufti yayu afaani takaa dubbate waan dansa hayyu fadde, atinileeni akasuma waan dansa dubbatte hayyu fagu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi raatticha Mikkiyaasiin haa waamu'uuf ergame, «Raattonni maruu afaan tokko ta'anii waan mishaa mootichatti dubbata'aaranii dubbiin ati dubbattullee akkuma isaanii dubbii mishaa akka ta'u si kadhadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi Miikiyaas waamiisaaf ergamee dhaqe, Miikiyaasiin, «Kunoo, raagoti martinuu mootichi Ahaab akka injifatu raagiisatti jiran; atille akkuma isaanii waan dansaa raagiif» jedhe.