1 Kings 22:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Mikayaani waan jed'eeni, Anini maqa AABBO Waaqatini kakhad'a, aka waan inni, Jed'i, nani jed'u ch'alla jed'u!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi Mikkiyaas deebisee «Ani Rabbii jiraata'aan kakadhaa; ani waan Rabbi natti dubbate callaa dubbadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikiyaas ammoo, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, ani waan Mootiin Waan Maraa natti dubbate qofa isatti hima» jedheen.