1 Kings 22:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi waan jed'eeni, Hojja maqa AABBO Waaqatini nani dubbatu, d'uga dubbad'i! Maro hagami siti himu male?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi deebisee raattichaan «Maqaa Rabbiitii waan dhuga'aa malee waan biraa akka natti hin dubbanne harka meeqa sitti hima?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaab ammoo, «Waan dhugaa te'e malee, waan dhibii maqaa Mootii Waan Maraatiin akka ati natti hin hinne, yennaa meeqa si kakachiisa?» jedheen.